Gara Worra Filiphisiiyusii 2:26 - Kitaaba Woyyuu26 Inni isin maraa arguu waan yaadeeruuf akka dhibame waan dhageettaniirtaniif gaddeera. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA26 Inni isin maraa arguu waan yaadeeruuf akka dhibame waan dhageettaniirtaniif gaddeera. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa26 Isa gara keessan ka ergu'llee mara keessanuu argu'uuf yaaduu isaatii fi isaan'llee dhukkubsachuu isaa dhagayu'uun waan sarddameef. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Namoota Tsiyooniin keessaa booyanii bikka daara'aa korbobboo abaabo'oo bikka imimmaan isaanii dhadhaa ejersaa, bikka gaddaa dhadhaa gammachu'uu bikka keessi isaanii gadde uffata ulfinnaa ka galataa akka kennuuf na erge; isaan ulfinna isaa akka mudhisan «Qilxuuwwan balchumma'aa ka Rabbi dhaabe» jedhamanii waamaman.