Gara Worra Filiphisiiyusii 1:6 - Kitaaba Woyyuu6 Ka isiniin hujii mishaa jalqabe, haga guyyaa Yesuus Kiristoos deebi'ee dhufutti akka raawwatu kana waan hubadheeruuf. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA6 Ka isiniin hujii mishaa jalqabe, haga guyyaa Yesuus Kiristoos deebi'ee dhufutti akka raawwatu kana waan hubadheeruuf. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Waadaa Haarawa6 hujii mishaa kana jireenna keessan keessatti Waaqinni jala qabe, Yesus Kristos murti'iif deebi'ee guyyaa dhufutti gara muumme'eetiin akka isa gayu ni amana. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Kanaafuu akkuma Ayyaana Waaqa keennaa, akkuma Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii maqaan Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii isin biratti ulfaachu'uuf, isinillee isa biratti ulfaachu'uuf, Waandhi Gooftaan keenna isaan waamamu'uun worra gayaa akka taatan godhee akka isin laakkayu, fedha mishummaa isaa maraaf, hujii amanti'ii jabeennaan akka raawwatu, waan keessaniif hennaa maraa Rabbiin kadhanna.