Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Faaruu Ermiyaasii 5:2 - Kitaaba Woyyuu

2 Lafti teenna worra gala'aaf; manniin keenna worra nyaaphaatiif dabarfamanii kennaman.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Faaruu Ermiyaasii 5:2
13 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Qabeenni isaanii hin saamama; manniin isaanii hin diiggama; hennaa san isaan mana ijaaratan; ammo keessa hin jiraatan; biqiltuu woyini'ii hin dhaaban, ammo daadhii woyini'ii hin dhugan.


Biyyi keessan ona; qachoonni keessan ka ibiddaan gubatan ta'an; uduu ijji teessan argitu lafa teessan ormi fudhata; hin bada.


Banii keessaa namoota hammeeyyii as fidee akka isaan manniin keessan dhaalan godha; uf tuuluu worra jajjaba'aa hin balleessa; isaan hulee keessan ka woyyoome hin batteessan.


Rabbi akkana jedha, «Faaya keessan maraa ormatu booji'a; worri cubbamtoonnillee akka saamaniif dabarsee kenna; isaan hin busheessan.


Rabbi akkana jedha, «Ani hennaa banii biyya tanaa adabu manniin isaanii, qonna isaaniitii fi haawwonni manaa isaaniillee uduu hin hafne namoonni biraa isaan fudhatan.


Manni kee woyyuun hennaa hago'oof qabeenna banii woyyuu keetii ture; amma garuu diintota teennatu keessa deema.


Hoolonni akkuma waan hulee ufiititti bobba'aniititti dheedan korbeeyyiin hoolotaallee hulee diiggame ka dureeyyi'iititti bobba'anii marga dheedan.


Qabeenna isaa worri liqaa isa irraa qabu maruu isa haa saamuu worri ormaa waan inni itti xaare jalaa haa fudhatanii.


Isin akka ani aaree akka ibidda bobawuu waan na gootaniif baraa haga bara baraa aariin kiyya waan bobawuuf akka isin lafa ani isinii kenne dhabdanii fi biyya hin beenne keessatti akka diintota teessanii hojjattan isin taasisa.»


Isaan akka nama qilleensa waamee bubbee haamatuu ta'an; maqaan midhaanii ka hurbuu hin qabne midhaan ta'uu hin danda'u; yoma daraaraa qabaatellee kama worri ormaa nyaatan woyya.


Baniin Israa'elii worra Yihuudota hin taane keessatti liqimfamanii akka meeshaa gatii hin qabnee ta'aniiran.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ