Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Faaruu Ermiyaasii 4:3 - Kitaaba Woyyuu

3 Jeedallanuu ilmoolee ufii hoosifachu'uuf mucha ufii kennan; baniin kiyya garuu akka guchiiwwan lafa gammoojji'ii gar jabeeyyii ta'an.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Faaruu Ermiyaasii 4:3
14 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Yoo ani daa'ima kiyya harma hoosisu'uuf ganamaan ka'u daa'imni du'eera; yoo ka'ee laalu daa'ima kiyyaa miti» jetteen.


Woraabessi maandhee isi'ii keessatti; mana isi'ii ka mootumma'aa keessaa jeedallantu iyya; barri isi'ii dhiyaateera; guyyoonni isi'iillee hin dheeratu; turu.


Qachoota isi'ii ta dallayamte qoreen; maandheewwan isi'ii doobbi'ii fi qore'etu fudhata; boolla jeedallanii; hulee jireennaa ka urungu'uu taati.


Haati dhugama finna ufii deettetti garaa jabaattee irraanfattii? ee; irraanfatuu dandeetti; ani garuu si hin irraanfadhu.


Diinni qachattii marsee banii fixu'uuf isaan rakkisa; hennaa san wonti nyaatan dhumee baniin waan beelawuuf ufumaa wol nyaatan; siri'ii abboonni foon ijoollee ufii nyaatan.› »


Yaa Rabbi! laali; argi! eennuun irratti akkana gootee beetta? dhugama haawwonni daa'imman ufii; ijoollee ufii ta kunuunsanii guddifatan haa nyaatanii? gadichinii fi raattichi mana Woyyuu Rabbii keessatti haa ajjeefamanii?


Baniin kiyya hennaa dhumetti; akka nyaata isaanii ta'aniif haawwonni garaa laafan harkuma ufiitiin ijoollee ufii affeelan.


Sababaa kanaaf maatiin Yerusaalemiin keessa jiraatan ijoollee ufii nyaatan; ijoolleen isaaniillee maatii ufii nyaatan; akka kanaan isin maraa adaba; worra hafe garuu kallattii arfaniinuu isaan bittinneessa.


Isin foon ijoollee teessan ta dhiiraatii fi ta intalaa nyaattan.


Worra hin hubanne, worra wolii galtee diigan, worra jaalala hin qabnee fi worra araara hin qabne.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ