Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Faaruu Ermiyaasii 3:9 - Kitaaba Woyyuu

9 Karaa kiyya dhagaa bocameen cufe; daandii kiyya hin dabse.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Faaruu Ermiyaasii 3:9
6 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Waaqa keenna! maaf akka karaa kee irraa bannu nu goote? akka nu si hin sodaanne maaf garaa nu jabeessite? yabo'oo hojjattoota teetii fi worra gosa kee ta'aniif jedhii nuu deebi'i.


Kanaafuu ani karaa isi'ii qore'een cufa; karaa baatuun akka hin arganne naannaya isi'ii dhaga'aan dallaya.


harkisee karaa irraa na baase; na mummure; gargaarsa malee na hambise.


Hafuurri isaa akka bisaan morma gayuu ka waa haruuti; mootota gingilchaa badi'iitiin gingilcha; illachaa bani'ii; lugaama kara'aa isaan balleessu isaanitti godha.


Rabbi karaa kiyya maraa waan cufeef karaa lufuun hin qabu; karaa ani keessa deemu dukkanaan golge.


Akka doobbaa riphee ciisuutitti; akka leenca dhokateetitti;


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ