Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Faaruu Ermiyaasii 3:4 - Kitaaba Woyyuu

4 Inni foonii fi gogaa kiyya hin jaarse; lafeewwan kiyyallee hin caccabse.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Faaruu Ermiyaasii 3:4
10 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Haga ganamaa obsaan eeggadhe; Inni garuu akka leencaatitti lafeewwan kiyya caccabse; ganamaa haga galgalaatitti na fixu'uuf ariifatte.


Usheexxu'uu fi gammachuu na dhageessisi; lafeewwan tiyya ta ati butuchite haa gammadanii.


Rabbi akkana jedha, «Baniin Israa'elii akkuma hoolota leenci ari'ee bittinneessuu ta'aniiran; akkuma jalqaba bineensi waan ari'ee qabe maraa cicciree nyaatu akkasuma mootiin Aasoorii isaan fixe; achiin maayessa akkuma leenci lafee caccabsu akkasuma mootiin Baabiloonii Nabukadanatsoor isaan caccabse.


Guyyaa guutuu waan wixxifata'aa ooluuf hennaa cadhise lafeewwan tiyya hin balla'an.


Hunni kiyya dadhabee akka bisaanii jige; lafeen kiyya maruu wol gad dhiisee addaan baye; onneen tiyya akka gaga'aa taatee; na keessatti baxxe.


Gogaan kiyya gurraachatee na irraa harca'e. lafeen kiyyallee sababaa oo'aatiin gubate.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ