Kitaaba Faaruu Ermiyaasii 2:3 - Kitaaba Woyyuu3 Dheekkamsa ufii jaba'aan hunna Israa'elii maraa dadhabsiise; uduu diinni argu gargaarsa isi'ii kennamu dhaabsisee; fiixaa Yaaqoobii irratti akka ibidda mallisuu lola ufii qabsiise; lolli isaa ollaa isaa maraa hin balleesse. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Isin baniin Yihuuda'aatii fi worri Yerusaalemiin keessa jiraattan! Badooma garaa keessanii baasa'aatii sammuu qulqulleeffadha'aa namummaa keessan maraanuu Rabbitti bulaa'a; yoo waan kana godhuu baattan garuu sababaa hujii hamaa keessaniitiif lolli kiyya akkuma ibiddaa isinitti bobaya; lolli kiyya yoo akka ibiddaa bobaye eennullee dhaamsuu hin danda'u.»