Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Iyyaasu'uu 7:3 - Kitaaba Woyyuu

3 gara Iyyaasu'uu deebi'anii «Namoonni kumni lamaa yookaan kumni sadihii bayee Gaayitti haa duuluu malee baniin maruu akka hin duulle; sababaanillee «Isaan banii hagoo waan ta'aniif baniin maruu bayee akka hin dadhabne» jedhaniin.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Iyyaasu'uu 7:3
9 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Namni amshaaggu jabeessee hawwa; womaa hin argatu; worri jabaatanii hojjatan garuu dheebuu bayan.


Hirri'aa hawwi'itu ajjeesa; waan harki isaa hujii jibbuuf.


Innillee akkana isaaniin jedhe, «Balbala dhipha'aan ol seenu'uuf tattaafadhaa'a; ani isinitti himaa, namoonni hedduu seenu'uuf tattaafatan. Haa ta'uu ammo seenuu hin dandeenne.


Eeganaa eennullee ajajamuu didu'uun kufee akka hin hafne gara hulee hara baafanna'aa kana seenu'uuf haa jabaannuu.


Iyyaasuun «Gaayii» Beeteeliin irraa gara baya biiftu'uu jirtuu ta Beeti'aweeniitiin laddaa namoota Iyyaariko'oo ergee; baya'aatii lafattii san gaadaa'a jedhee isaanitti dubbate; namoonnillee bayanii Gaayiin gaadanii,


Kanaafuu namoonni haga kuma sadihii gayan ka duula dhaqan garuu worra Gaayii jalaa dheessan;


Kanaafuu obboleeyyan tiyya! waamamuu keessanii fi filamuu keessan akka jabeessitan ka duraa caalaa jabaadhaa'a. Waan kanniin yoo gootan horomaa hin gufattan.


Sababaa kanaaf jajjabeenna mara mudhisa'aa amantii keessan irratti mishummaa eda'aa'a.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ