Kitaaba Iyyaasu'uu 7:2 - Kitaaba Woyyuu2 Iyyaasuun «Gaayii» Beeteeliin irraa gara baya biiftu'uu jirtuu ta Beeti'aweeniitiin laddaa namoota Iyyaariko'oo ergee; baya'aatii lafattii san gaadaa'a jedhee isaanitti dubbate; namoonnillee bayanii Gaayiin gaadanii, အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Qachaan Aayii waan diiggamteef baniin ganda qachaa Raama'aa keessa jiraattan maruu guddisa'aa iyya'aa booyaa'a! waandhi tolfamaan Milkoom jedhamu gandoota ufiitii fi worra isa gargaaran woliin booji'amee waan deemeef uffata gaddaa uffadha'aatii dallawa isi'ii keessatti asii fi achi deema'aa booyaa'a!