Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Iyyaasu'uu 5:4 - Kitaaba Woyyuu

4 Wonti Iyyaasuun banii gadoomseef waan worri dhiiraa ka biyya Misiriitii bayan maruu lafa gammoojji'iititti dhumaniif.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Iyyaasu'uu 5:4
8 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Baniin maalalee ani biyya Misiriitii fi lafa gammoojji'iititti hojjadhe, ulfinna kiyya worri argan maruu, harka kudhan waan na qoraniif


Rabbi ammo worra baay'innaan isaan caalu sanniinitti hin gammanne; waan lafa gammooji'iititti kufaniif.


Wonti kunillee ka raawwatame Barnee Qaadeesii dhiifnee haga deemne woggaa soddomii saddeetiin maayessa akkuma Rabbi waada'aan waan isaanii dubbate dhiirti isaanii ka lolaaf yaa'e maruu achitti dhume.


Iyyaasuun cabbii qara qabu qopheeffatee hulee, «Tulluu gadoomaa» jedhamutti ijoollee Israa'elii gadoomse.


Baniin achii baye maruu gadoomee ture; garuu baniin biyya Misirii keessaa bayanii karaa irratti lafa gammoojji'ii keessatti dhalatan hin gadoomne ture.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ