3 Iyyaasuun cabbii qara qabu qopheeffatee hulee, «Tulluu gadoomaa» jedhamutti ijoollee Israa'elii gadoomse.
Haati manaa isaa Siiphaaraan fiiddee cabbii fuutee mucaa ufii gadoomsitee coraa saniin luka isaa tuxxee «Ati idaayyicha kiyya ka dhiigaati» jetteen.
Achiin maayessa Yesuus darasoota ufiitiin akkana jedhe, «Ka ana faanaa deemuu fedhu yoo jiraate uf haa waakkatuu, fannoo ufii baatee na faanaa haa deemuu.»
Hennaa san Rabbi Iyyaasu'uun, «Dhagaa cabbi'ii ka qara qabuun ijoollee Israa'elii lammeessoo isaan gadoomsi» jedheen.
Wonti Iyyaasuun banii gadoomseef waan worri dhiiraa ka biyya Misiriitii bayan maruu lafa gammoojji'iititti dhumaniif.