Kitaaba Iyyaasu'uu 4:7 - Kitaaba Woyyuu7 isin ‹Saanduuqa waadaa Rabbii afo'oo lanni Yoordaanosii waan citeef; dhagaawwan kunniinillee ijoollee Israa'eliitiif yaadannoo baraa haga bara baraa isinii ta'a› » jettanii isaanitti himtan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Namni sangaa naa qalu akka waan nama ajjeeseeti; namni ciincaa korbeessa hoola'aa naa ciincessu akka nama lum'a saree ufii micciiree cabseeti; namni kennaa midhaanii naa dhiyeessu akka nama dhiiga booyye'ee naa dhiyeessuuti; namni hixaana aarsu akka nama waaqolee tolfamaa waaqeffatuuti; kunniin maruu jireenna waan fedha ufii filatan; lubbuun isaanii waan batti'itti gammada.