Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Iyyaasu'uu 4:3 - Kitaaba Woyyuu

3 Hulee Yoordaanosiin keessa lutti gadootaa dhaabatee dhagaawwan kudha lamaa fuudha'aa hulee adha galgala bultan kaayaa'a jedhii isaan ajaji» jedheen.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Iyyaasu'uu 4:3
11 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Dhagaan ani soodduu dhaabe kun mana Rabbii ta'a; waan ati naa kennite maraa keessaa kurneessoo sii kenna» jedheen.


Lubbuu tiyya! Rabbiin galatoonfadhu! jasaa isaa maraa hin irraanfatin!


Rabbi mana woyyuu ufii keessa jira; teessoon isaa sami'i; ijji isaa nama maraa laalti; nyaarri isaa ilmaan namaa qora.


Innillee deebisee, «Ani isinitti hima, yoma kunniinillee cadhisan, dhagaan kunniin hin iyya» isaaniin jedhe.


Iyyaasuun banii maraan akkana jedhe, «Dubbii Rabbi nutti hime maraa waan dhagayeeruuf dhagaan kun ragaa nutti ta'a; kanaafuu yoo Waaqa keessan gantan isin irratti ragaa ta'a» isaaniin jedhe.


Lutti gadoota saanduuqa waada'aa ka Rabbii Gooftaa ardi'ii fi samii uumee baadhatanii Yoordaanosiin keessa hennaa dhaabatan, bisaan Yoordaanosii ka gubba'aa bu'u yookaan ka yaa'u citee akka tullu'uutitti dhaabata; bakka tokkotti wolitti qabama.»


Iyyaasuunillee gosa ijoollee Israa'elii keessaa nama tokko tokko nama kudha lamaa waamee,


Ijoolleen Israa'eliillee akkuma Iyyaasuun isaan ajaje godhan; Iyyaasuunillee akkuma Rabbi isatti dubbate akkuma laakkobsa gosa Israa'eliitiin Yoordaanosiin keessaa dhagaa kudha lamaa fuudhanii gara hulee bulanii fidanii achi kaayan.


Saamu'eel dhagaa tokko fuudhee Mitsipha'aa fi Sheeniin jiddu'utti dhaabee maqaa isaa haga adhaa Rabbi nu gargaareera jedhee Abeneezeer jedhee moggaase.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ