2 guyyaa sadihiin maayessa bulchoonni isaanii ganda sanniin keessa seenanii;
bani'iin «Saanduuqa waada'aa ka Rabbii Waaqa keessanii gadoonni worra Leewwotaa hennaa isaan baadhatan yoo argitan hulee bultan kanaa ka'aatii isaan faana deemaa'a.