3 abbaa keessan Abrahaamiin laga gamatti biyya Kana'aanii keessatti isa woliin ta'ee fiixaa isaa baay'isee Yisaaqiin kenneef.
Rabbi Abraamiin gara raasa'aa baaseenii «Urjii Sami'ii ol laali yoo ka laakkawuu dandeettuu laakkayi, horteen keellee akkanuma baay'ta» jedheen.
Rabbi Waandhi Sami'ii ka mana abbaa kiyyaa ka itti dhaladhe keessaa na baase lafa tanallee sii kenna jedhee natti himee naa kakate maleekkaa ufii si afoo erga achii ilma kiyyaa intala fuuta.
Daa'imman kennaa Rabbiiti; daraaraan gara'aallee gatii isaati.