3 Bara kana maraa isin haga adhaa obbolummaa keessan hin dhiifne; ajaja Rabbii Waaqa keessaniillee eeddaniirtan.
«Waan garbichi Rabbii Muuseen isin ajaje maraa eeddaniirtan; waan ani isin ajajellee maraa gootaniirtan.
Ammallee akkuma Rabbi Waandhi keessan isaanitti dubbate, obboleewwan keessan hara baafachiiseera; kanaafuu deebi'a'aatii gara mana keessaniitii fi hulee lafa garbichi Rabbii Muuseen isinii kenne ka laga Yoordaanosiin gamaa san dhaqaa'a;