Kitaaba Iyyaasu'uu 2:9 - Kitaaba Woyyuu9 akkana isaaniin jette; «Akka Rabbi lafa tana isinii kenne akka isin sodaanne worri lafa tana irra jiraatan maruu guddisanii akka isin sodaatanii onneen isaanii baqe beekeera. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Mootonni worra Amoorotaa ka gara dhiyaatiin Yoordaanosiin gama jiran maruu, mootonni worra Kana'aanii ka galaana ladda jiran Rabbi ijoollee Israa'elii haga isaan laga Yoordaanosii ceeyanitti akka laga gosse haga dhagayan guddisanii nayan; waan ijoollee Israa'elii ka dhagayan saniif namni hin naayin tokkollee hin jiru.