Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Iyyaasu'uu 2:7 - Kitaaba Woyyuu

7 Ergamtoonni mootichaa qachattii sanii bayanii deeman; balballi dallawa isaan keessaa bayanii hin cufame; ergamtoonni mootichaa worra gaadan sanniin soqu'uuf haga karaa laga Yoordaanosiin gamaa ceeyanii deeman.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Iyyaasu'uu 2:7
6 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

«Kunoo Rabbi diina keessan Moo'aabiin dabarsee isinii kenneeraa na duukaa koottaa'a» isaaniin jedhe; isaanillee isa faanaa gad bu'anii karaa worri Moo'aabii laga Yoordaanosii ceewuun qabatanii nama tokkollee ceewuu dhooggan.


Deebi'anii, «Manni hidha'aallee sirri'itti cufameera, worri eegullee balbala ka dhaabatan argine; hennaa mana hidhaa bannu ammo, nama tokkochallee keessatti hin argine» isaaniin jedhan.


Worri Gala'aadii karaa laga Yoordaanosii ka worri Efreemii ceewuun isaan jalaa qaban; namni Efreemii dheessee dhufee tokko na ceesisaa'a hennaa jedhuun namoonni Gala'aadii, «Ati nama Efreemiitii?» jedhaniin; inni garuu, «Ani nama Efreemiitii miti» jennaan,


hennaa galgalaayee ani balbala cufu halkanoofnaan namoonni sunniin yaa'an; eessa akka dhaqan ani hin beeku, daddafa'aatii isaan hordofaa'a hin dhaqqabdanii» jetteen.


Isiin garuu mana manaan gubba'aa irra isaan baaftee, muka dareerfame gubba'atti buraa talba'aa keessatti dhossitee turte.


Namoonni gaadan sunniin uduu hin rafne, intalattiin sun gara isaanii ol baatee,


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ