Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Iyyaasu'uu 2:1 - Kitaaba Woyyuu

1 Kanaan maayessa ilmi Nawwe'ee Iyyaasuun deema'aatii lafa sanii fi Iyyaarikoo laalaa'a jedhee Saaximiin irraa gaadduu lamaa dhossa'aan erge; isaanillee deemanii mana, «Ra'aabii» seebartitti'ii seenanii bulan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Iyyaasu'uu 2:1
23 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Seebartittiin Ra'aab worra gaadu nagayaan waan simatteef, worra hin ajajamne woliin amanti'iin hin banne.


Akkasuma seebartuun Ra'aab ammo ergamtoota simattee karaa biraatiin hennaa ergite, huji'iin qajeeltuu hin taanee?


Salmoon Rahaabiin irraa Bo'aaziin uumate; Bo'aaz Ruutiin irraa Iyyoobeediin uumate; Iyyoobeed Isseyiin uumate.


Baniin Israa'elii biyya Saxiimii keessa taa'anii ijoolleen dhiiraa ta Israa'elii worra Moo'aabii woliin seebaran;


Waan kana beekaa'a; seebara yoo ta'e, yookaan battii, yookaan ka dharra'u, ka waaqa tolfamaa waaqeffatullee, Kiristoosii fi jeennata Rabbiititti ristii hin qabu.


Yesuus ammallee, «Ani akka hoolota Yayyii jidduu dhaxxuu isin erga; maarre akka bofaa qaroo, akka handari'ii gara laafeyyii ta'aa'a.


Iyyaasuunii fi ijoolleen Israa'elii maruu ganamaan Saaximii ka'anii gara laga Yoordaanosii dhaqanii achitti quphatan;


«Lafa Kana'aanii ta ani ijoollee Israa'eliitii kennu dhaqanii akka laalan namoota gosa abboota maraa keessaa nama bulchaa ta'ee ergi»


Namoonni shanii worri lafa gaadu'uuf dhaqan bayanii achi keessa seenanii fakii bocame, Eefuudi'ii fi Taaraafiimiin, fakii waaqa tolfama'aa ka sibiila bassanii hojjatanillee fudhatan; gadichillee namoota dhibba jahaa ka meeshaa woraanaa hidhatan woliin balbala dhaabata.


Kanaafuu worri gosa Daanii gosa ufii keessaa namoota jajjabaa shanii lafa akka gaadanii fi akka qoratan, «Deema'aa lafa gaadaa'a» jedhanii gara Tsoor'a'aatii fi Eeshtaa'olii ergan; namoonni ergaman sunniin biyya gaaraa ka Efreemiititti mana Mikka'aa dhufanii achi bulan.


Ijoolleen Israa'elii Gelgela'atti quphatan; ji'uma san keessa guyyaa kudha arfeesso'ootitti galgala raasaa Iyyaariko'ootitti ayyaana faasika'aa ayyaanteffatan.


Raasaa Moo'aabii ka galaana Yoordaanosii bira jirutti Beetiyaashimootii haga Abeelsaaximiititti quphatan.


Helqaatii fi hulee horii itti bobbaafatan, Ra'aabii fi hulee horii itti bobbaafatan qachoota afurii isaanii kennan.


Namoonni shanii worri lafa Leesaanii gaadu'uuf dhaqan obboloowwan ufiitiin, «Manniin kanniin keessa Eefuud, Taaraafiimii fi fakiin waaqa tolfama'aa ka sibiila bassanii hojjatan akka jiru beettuu? amma waan godhu'uuf taatan woliin mari'adhaa'a» jedhanii isaanitti himan.


Namni ajaja kee mormu maruu, ka waan ati ajajju hin dhageenne inni haa ajjeefamuu; ati garuu jabaadhu!»


Mootichi Iyyaariko'oo, «Israa'eliin keessaa biyyattii tana gaadu'uuf namoonni halkaniin seenaniiran» oduu jedhu dhagaye.


Banii kiyya! mootii Moo'aabii Baalaaq maal akka sitti karoorfatee fi Bala'aam ilmi Bi'oorii maal akka isaa deebise yaadadhu; ati Shiximii kaatee hennaa gara Gelgela'aa deemtu waan karaa irratti ta'e qaabadhu; uduu waan kana maraa qaabattee waan ani si oolchu'uuf godhe kana maraa hin beetta.»


Yooseef eebjuu waan isaaniitiif arge qaabatee «Isin gaadduu worra dhaba biyyaa laalu'uuf dhufe» isaaniin jedhe.


Wonti isin jettan yoo dhugaa ta'e isin keessaa nama tokko erga'aatii obboleessa keessan qabatee haa dhufuu isin mana hidha'aa keessa taa'aa'a; yookaan ammo isin namoota lubbuu Fari'oonii gaadu» isaaniin jedhe.


Worri Yooseefii gaadduu gara worra Beeteelii ergan; asiin dura maqaan qachattii sanii Loozaa jedhama ture.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ