Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Iyyaasu'uu 17:9 - Kitaaba Woyyuu

9 Daangaan isaa gara cinaa bita'aatiin haga laga Qaana'aatii gad bu'a; qachaan qachoota Minaase'ee keessaa Efreemii kennaman; Daangaan Minaase'ee gara mirgaatiin haga lagaati; karri bayaniinillee cinaa gara galaanaatiin;

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Iyyaasu'uu 17:9
4 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Daangaan isaallee gara Raama'aa gara qachattii dallawamtee haga Xiroosii daangaan isi'ii achii ka'ee haga Hosa'aa naannaya; baati isaanii gara Akiziibiitiin haga galaana Meditiraaniyaaniiti.


Gara dhiyaatiin haga daangaa worra Fileexootaa ka daangaa Beetihaarooniitii haga Geezirii gad bu'a. Huleen bayaniinillee cinaa galaana gudda'aatiin.


Garri bita'aa ka Efreemiiti; garri mirgaa garuu ka Minaase'eeti; daangaan isaa galaana bira gaya; gara cinaa mirgaatiin gara lafa Aseerii, gara baya biiftu'uutiin garuu lafa Yisaakoorii bira gaya.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ