Kitaaba Iyyaasu'uu 17:3 - Kitaaba Woyyuu3 Ilma Minaase'ee, ilma Maakirii, ilma Gala'aadiitii fi ilma Oofeeriiti. Salapha'aad garuu ijoollee intalaa malee ijoollee dhiiraa hin qabu. Maqaan ijoollee isaa Maahilaa, Nu'aa, Eeglaa, Milka'aa fi Tirsa'a. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |