Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Iyyaasu'uu 17:2 - Kitaaba Woyyuu

2 Hixaan hafe ijoollee Minaase'eetiif akka worra isaaniitiin, ijoollee Abi'eezeriitii, ijoollee Keleegiitii, ijoollee Asri'eeliitii, ijoollee Seekeemiitii, ijoollee Oofeeriitii, ijoollee Shamida'aatiifillee hin kenname; ijoolleen dhiiraa ta Minaasee ilma Yooseefii akkaataa gosa isaaniitiin kanniin.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Iyyaasu'uu 17:2
6 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Obboleettiin Gala'aadii Malakeet ijoollee dhiiraa sadihi deette; isaanillee Isuudiin, Abi'eezirii fi Maahilaa fa'a.


Hixaan gosa Minaase'ee kana; waan ilmi hangafaa ka Yooseefii isa ta'eef ilmi Minaase'ee ka hangafaa abbaan Gala'aadii Maakiri loltuu jabaa waan ta'eef biyya Gala'adiitii fi biyya Baasaanii fudhate.


Ilma Minaase'ee, ilma Maakirii, ilma Gala'aadiitii fi ilma Oofeeriiti. Salapha'aad garuu ijoollee intalaa malee ijoollee dhiiraa hin qabu. Maqaan ijoollee isaa Maahilaa, Nu'aa, Eeglaa, Milka'aa fi Tirsa'a.


Kanaan maayessa maleekkaan Rabbii dhufee ganda «Oofraa» jedhamtee waamamtuu dhufee muka qilxu'uu ka Iyyo'aasii nama gosa Abi'eezarii jala taa'e; ilmi Iyyoo'aasii Geedewoon hulee woyinii itti cuunfan keessatti worra Miidiyaamii jalaa dhokatee qamadii dhayata'aa ture.


Inni garuu deebisee, «Haga ani godhe caalaa ka isin gootan hin caaluu? waan worri gosa kiyyaa godhe caalaa wonti isin worri Efreemii gootan diqqoonuu hin caala;


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ