Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Iyyaasu'uu 16:3 - Kitaaba Woyyuu

3 Gara dhiyaatiin haga daangaa worra Fileexootaa ka daangaa Beetihaarooniitii haga Geezirii gad bu'a. Huleen bayaniinillee cinaa galaana gudda'aatiin.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Iyyaasu'uu 16:3
9 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Akkasuma qachaa Beetihoorii ta jalaatii fi ta gubba'aa ta dallawa cufana'aa fi ta loosa'aan ijaaramte deebi'ee ijaare.


Gara bita'aatiin daangaan isaanii gara Loozaa Beeteel jedhamtuu gaya; gara bita'aatiin daangaan isaanii Beetihooroonii gadiin, gara Axaaro'adaariititti gad bu'a.


Hennaa san mootiin Geezeerii Hooraam Lakiisoon gargaaru'uuf baye; garuu Iyyaasuun eennullee uduu hin hafne isaa fi banii isaa maraa dhaye.


Bulchiifni fiixaan Efreemii fudhatanii ka ufii taasifatan qachoota didiqqaa, Beeteelii fi naannoo isi'iititti argaman yoo ta'u gara baya biiftu'uutiin haga Naa'iraanii, gara dhiya adu'uutiin haga Geezeeriitii fi qachoota didiqqaa naannaya isi'iititti argaman maraa wolumatti qabata; Seekeemii fi Ayaaniin ka naannaya isaanii jiru maraa qachoota didiqqaallee hin eda'ata.


Efreem mucattii Si'aaraa jedhamtu uumate; isiin qachoota lamaa jalaa fi gubba'aan Beetihoorii fi Uzaan She'eeraa jedhamu hojjachiifte.


«Daangaan keessan gara dhiyaatiin galaana guddaa Meditiraaniyaaniiti; kun daangaa keessan ka gara dhiyaati.


Gareen lammeesso'oo gara karaa Beetihoorii naannaye, gareen sadeesso'oo ammo gara dhooqa gammoojjii Sibooyii fiduu naannaye.


Kanaan maayessa Geeziritti worra Filisxeemii woliin wol lolan, Seebakaayiin worra Kusa'aa Siifaa gosa Raaffaayimii ajjeese.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ