Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Iyyaasu'uu 15:3 - Kitaaba Woyyuu

3 Karaa gara bitaa Aqiriibiitiin gara Tsiinii lufa; karaa cinaa Qaadesii Barne'eetiin gara bita'aa bayee, Atsirooniin biraan lufee gara Adriimii,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Iyyaasu'uu 15:3
7 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Deebi'anii hulee Qaadees jedhamtu ta Ayinimisphaaxii dhaqanii biyya Amaaleqii maraa fi akkasuma Amoorota Hasesoonii, Tamaariin jiranillee lolanii mooyatan.


Baniin ijoollee Israa'elii maruu ji'a jalqabaa gara biyya gammoojjii Siinii dhufanii Qaadeesiin keessa taa'an; Maariyaamillee achitti duutee achummatti awwalaniin.


hennaa ani lafa Qaadeesii haa Gaadani'iif gara Barne'ee erge abbootiin teessan,


Achii gara Aqiraabii cinaa bita'aatiin gara galee gara Siinii lufa; karri bayaniinillee Barnee Qaadeessii cinaa bita'aatiin lufee gara Hatsaraadarii dhaqee gara Atsimoonii lufa.


Daangaa isaanii ka gara bita'aatiin jiruu haga dhuma galaana sooqiddaatii fi haga galaana bita'aatiin jiruu ka haga galoo galaanaati;


Qarqaa naannayee, karaa Atsimooniitiin lufee haga laga biyya Misirii ol baye; daangaan isaanii ka gara bita'aa kana.


Daangaan lafa worra Amoorotaa goodda Aqiraabii lafa dhaga'aa irraa jalqabee haga olii baya ture.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ