Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Iyyaasu'uu 13:9 - Kitaaba Woyyuu

9 Qachaa daangaa dhooqa Aarnoonii jirtu ta dhooqa Aaro'eerii jiddu'uu jalqabee haga raasaa Meediba'aatii haga Diboonii gaya;

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Iyyaasu'uu 13:9
15 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Daangaan isaaniillee dhooqa Aarnooniitii daangaa Aro'eerii jidduu jirtuu jalqabee haga


Nu'u Haseboonii haga Deeboonii isaan balleessine; Noofaallee haga gayanitti isaan barbadeessine.»


amma ka akka kusheewwan isi'ii diiggamee hafu taasisuu fi ka Moo'aabiin diigu waan as jiruuf, worri qachaa Diboonii keessa jiraattan maruu hulee ulfinnaa keessan irraa bu'a'aatii lafa daara'aa irra taa'aa'a;


Diboon gara mana woyyu'uu baye; booyu'uuf gara tullu'uu baye; Moo'aab waan Naaba'aa, waan Meedibaamiillee; iyya dhageessisa. mataan maruu cirameera; areenni maruu haadameera.


Haseboonii irraa jalqabee haga Aarnoonii haga daangaa dhooqa Aroo'eerii wodhakkaa gala'aadii laga Yaabooqii, haga daangaa ijoollee Amoonii,


gosa Roobeeliitii fi gosa Gaadiitii biyya Gala'aadiitii haga dhooqa Aarnoonii wodhakkaa dhooqa sanii daangaa isaallee haga daangaa ijoollee Amoonii haga daangaa laga Yaabooqii,


lafa tanallee bara san dhaalle Aaro'eerii dhooqa Aarnoon bira jirtu irraa jalqabee biyyi gaaraa ka Gala'aadii wodhakkaa qachootaa gosa Gaadiitii fi gosa Roobeeliitii kenne.


Rabbi Waandhi keenna qachoota Aaru'eerii ta daangaa dhooqa Aarnoonii irraa jalqabee karaa Gala'aadiitiin jidduu dhooqa sanii jiran maraa akka dhaallu nu godhe; qachaan dallawa qabdu ta nu ittisuu dandeettu afoo keenna hin turre; Rabbi Waandhi keenna maraa nuu kenne.


Akkuma garbichi Rabbii Muuseen isaanii kenne, Minaasee, ijoollee Roobeeliitii fi ijoollee Gaadiitii ka Muuseen laga Yoordaanosiitiin gamatti lafa isaanii kenne fudhatan.


qachoonni mootiin Haseboonii irratti mooyee haga daangaa ijoollee Amoonii,


Laga Yoordaanosii ceeyanii ladda qachaa Iyyaazeerii ta dhooqa Gaadii jirtu gara kaabaatiin Ero'eeritti quphatan.


Gaariin fardaa ka isaan kireeffatan kuma soddomii lamaatii fi loltoonni mootii Maa'ika'aa dhaqanii raasaa Meediba'aa biratti quphatan. Worri Amoonii qachoota ufii keessaa Yaa'anii lolaaf qophaayan.


Waan gandootaatiif, waan maasaa ufiitiif ijoollee Yihuuda'aa keessaa namoonni hedduu Qiriyaati'arbaaqii fi gandoota isi'ii keessa, Diiboonii fi gandoota isi'ii keessa, Yiqabsi'eelii fi gandoota isi'ii keessa,


Akkuma Rabbi dubbate ka waa balleessu gara qachoota maraatuu hin dhufa; qachaan milixxee jalaa baatu hin jirtu; qile'ee fi raasaallee hin balleessa.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ