Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Iyyaasu'uu 13:4 - Kitaaba Woyyuu

4 Worri Eewwotaa, worri biyya Kana'aanii maruu, Ma'aaraa worra Siidona'aatii haga daangaa Amoorotaa haga Afeqii,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Iyyaasu'uu 13:4
11 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Akkasuma gara Uumaa, Efeeqiitii fi Ra'aabiiti; lafti isaanii qachoota diddamii lamaa fi gandoota;


Worri Israa'elii worra Filisxeemii woliin wol lolu'uuf bayanii hulee Abeni'eezar jedhamutti quphatan; worri Filisxeemii ammo hulee Afeeq jedhamutti quphatan.


Ani biyya Misirii keessaa isin baasee woggaa afurtamaa guutuu lafa gammoojji'ii keessa isin masakkee biyya Amoortotaa ristii godhee isinii kenne.


Gara baya biiftu'uutii fi gara dhiyaatiin jiruu gara Kana'aanotaa, Amoorotaa, Keexotaa, Feerzotaa, Iyyaabusootaatii fi gara gadiitiin Eewwota gara Mitsipha'aatitti erge.


Akkuma kana Iyyaasuun lafa maraa, lafa biyya gaaraa maraa, lafa dhooqaatii fi mootota isi'ii maraa tokko uduu hin hafin dhaye; akkuma Rabbi Waandhi Israa'elii isa ajaje waan lubbuu qabu maraa sirima balleesse.


Bara itti aanu mootiin Wolda'aadeer loltoota biyya Sooriya'aa hiriirsee worra Israa'eliitiin lolu'uuf gara qachaa Yaafeeqii dhaqe.


Achiin maayessa worri du'a jalaa hafe gara qachaa Yaafeeqiititti baqatan; achitti loltoota laakkobsi isaanii haga kuma diddamii torbaa gawu dalloofni qachattii sanii isaan irratti jigee dhuman; Wolda'aadeer dheessee gara qachatti'ii galee mana tokko keessa seenee gara duubaatitti dhokate.


Waan Rabbiin maraa olii waan isi'iitiif jedhu akkana jedhii isi'itti himi; «Ati biyya Kana'aanii keessatti dhalatte; Abbaan kee nama gosa Amoorotaati; haatee nama gosa Hiitotaati;


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ