Kitaaba Iyyaasu'uu 11:3 - Kitaaba Woyyuu3 Gara baya biiftu'uutii fi gara dhiyaatiin jiruu gara Kana'aanotaa, Amoorotaa, Keexotaa, Feerzotaa, Iyyaabusootaatii fi gara gadiitiin Eewwota gara Mitsipha'aatitti erge. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Anillee waan isin woliin Mitsiphaa keessa jiraadhuuf hennaa worri Baabiloonii gara keessan dhufan ani waan keessaniif bakka bu'ee isinii dhaabadha; isin garuu gandoota keessa jiraattan maraa keessatti hurbuu woyini'ii, dhadhaa ejersaatii fi daraaraa dhaaba biqiltuu biraallee wolitti qaba'aa kaayadhaa'a» jedhee isaanii deebise.