Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Iyyaasu'uu 11:2 - Kitaaba Woyyuu

2 gara mirgaatiin gara biyya gaaraa, gara Keenereetii, gara bita'aatiin Araba, gammoojjii gara cinaa dhiyaatiin, gara worra tulluu Doorii jiranii,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Iyyaasu'uu 11:2
14 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Gofti Minaase'eellee namoota ganda Beetasaanii, Yatakinaanii, Yadoorinii, Yabela'imiitii fi namoota ganda Magdoonii achi keessaa hin baafne; worri biyya Kana'aaniillee achuma taa'an.


Araba gara baya biiftu'uutiin jirtuu haga galaana Kineereetii, karaa Beetashimootii biraan haga galaana Arabaatii fi haga galaana Sooqiddaa gara bita'aatiin lafa qaccee gaara faasika'aatiin jiruu ka mootiin Amoorotaa Seewoon bulcheeti.


Lafa Yisaakooriitii fi lafa Aseerii jidduu, Beetisaanii fi gandoota isi'ii, Yibili'aamii fi gandoota isi'ii, Doorii fi namoota ganda isi'ii keessa jiraatan, Ayindoorii fi namoota ganda san keessa jiraatan, Taa'inaakii fi namoota ganda san keessa jiraatan, Maqido'oo fi namoota ganda san keessa jiraatan, Tulloonni sadiinuu ka Minaase'eeti.


daangaan isaallee Aayii Seefaamaa irraa ka'ee gara baya biiftu'uutiin gara Ribila'aa bu'ee haga Kineereetii gara baya biiftu'uutiin galaana Woshmaxii bira gaya.


Biyya daangaa lafa Dooriin maraa ilma Aminaadaabiititu bulcha; inni mucattii Solomoonii ta Xaafaa jedhamtu fuudhee ture.


mootii Doorii ka tulluu Doorii irra ture, mootii Gelgela'aa ka worra ormaa,


Baniin dubbii Rabbii dhagayu'uuf hennaa wol dhiiba'aa jiran inni qaccee galaana Geensaareexii dhaabatee ture.


Maariyaamillee ji'uma san kaatee, gara biyya gaaraa qachaa biyya Yihuudaa ariifattee dhaxxe.


Beetihaaramii dhooqa keessaa, Beetinimiraa, Suukooti, Tsafoon, mootii Hasebooniitii fi mootii Seewooniitii ta hafte ture; daangaan isaaniillee Yoordaanosii gara cinaa baya biiftu'uu Yoordaanosiin gama daangaa galaana Kineereetii ture.


Hennaa san Iyyaasuun dhaqee biyya gaaraa Keebroon, Daabeer, Aanaab, gaara Israa'elii, gaara Yihuuda'aatii achi ijoollee Eenaaqii ajjeesee qachoota isaanii woliin sirima balleesse.


Akkuma kana Iyyaasuun lafa maraa, lafa biyya gaaraa maraa, lafa dhooqaatii fi mootota isi'ii maraa tokko uduu hin hafin dhaye; akkuma Rabbi Waandhi Israa'elii isa ajaje waan lubbuu qabu maraa sirima balleesse.


Namoonni Gabaa'ooniillee gara Gelgelaa Iyyaasuun itti quphateeruu erganii, «Nu garboota tee gargaaru'uuf harka kee nu irraa hin deebisin; mootonni worra Amoorotaa ka biyya gaaraa jiraatan maruu nu marsaniiranii daddafii gara keenna koottuu nu gargaarii nu hambis!» jedhaniin.


Iyyaasuun lafa san maraa, gaara, biyya Gosoomii, gammoojjii Arabaatii fi gaara Israa'elii ka lafa gammoojji'ii maraa qabatee,


Wolda'aaderille mooticha Aasa'aan maarre jedhee ajajootaa fi loltoota ufii gara qachoota Israa'elii ergee biyya Iyyoonii, Daanii, Abelbeetma'aag, Kenereetii fi biyya Niftaalemii maraa dhaye.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ