Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Iyyaasu'uu 10:2 - Kitaaba Woyyuu

2 qachattiin Gabaa'oonii qachoota moototaa keessaa qachaa guddoo Gaayiin caalte waan taateef namoonni isi'ii maruu jajjabaa waan ta'aniif guddisee isaan sodaate.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Iyyaasu'uu 10:2
16 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Eennullee isin afoo dhaabachuu hin danda'u; akkuma Rabbi Waandhi keessan isinitti hime sodaachisuun keessanii fi naasisuun keessan lafuma irra ijjattan maraa irratti ta'a.


Isaan Iyyaasu'uun akkana jedhan, «Lafa san maraa Rabbi dhugamaan harka keennatti galcheera; namoonni biyya san keessa jiraatan maruu guddisanii nu sodaatanii onneen isaanii baxxeerti» jedhaniin.


Harka Rabbii jiraata'aatitti kufuun nama sodaachisa.


Ammaa achi murti'ii fi ibidda sodaachisaa diintota Rabbii balleessu callaa eeggatu'utu hafe.


Nama hamaa waan sodaatetu irra gaya; balchaa waan inni hawwetu raawwatamaaf.


Iyyoo'aab lolee burqaa bisaanii ta qachattii ijoollee Amoonii qabate.


Daawiti mooticha Ankusiin «Yoo na jaalatte qachattii diqqoo takka keessa akka jiraadhu na hoffolchi; gooftaa kiyya, ani si woliin qachaa keessa jiraachuun hin ta'u» jedheen.


Kanaan maayessa ormi lafa irra jiraatu maruu akka maqaan Rabbii si irratti waamame arganii si sodaatan.


Namoonni Gabaa'oonii garuu waan Iyyaasuun Iyyaariko'oo fi Gaayiin irratti godhe hennaa dhagayan isaanillee isaan irratti dhara hojjatan.


Adha irraa jalqabee baniin biyya kamuu jiraatan maruu akka isin sodaatan godha; hennaa waan keessan dhagayan sodaatanii hollotan» naan jedhe.


Isaanillee Iyyaasu'uun, «Akka nu garboonni tee akkuma Rabbi garbicha ufii Muusee ajajetti akka lafa maraa isinii kennu worra lafa san irra jiraatan maraa afoo keessanii balleessu dhugamaan dhageenneerra; kanaafuu waan lubbuu keennaatiif guddifnee isin sodaannee waan kana goone.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ