Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 9:3 - Kitaaba Woyyuu3 Mootichillee, «Jasaa Rabbi akka isaa deebisu mana Saa'olii keessaa namni tokkollee hin hafnee?» jedheen; Sibaanillee mootichaan «Ilma Yoonaata'aa ka lutti isaa laamsho'oo tokkotu jira» jedheen. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Ilmi Saa'olii Yoonaataan ilma laamshayaa tokko qaba ture; Saa'olii fi Yoonaataan hennaa du'an inni ijoollee woggaa shanii ture; oduun du'uu Saa'oliitii fi Yoonaataa qachaa Iyiziraa'eliitii hennaa odeeffamu ta isa guddiftu isa baadhattee baqatte; garuu uduu ariifattee dheessitu harkaa kufee laamshayaa ta'e; maqaan isaa Memfiboostee jedhama ture.