2 Mana Saa'olii keessa garbicha Sibaa jedhamu tokko gara mana Daawitii waamanii mootichi «Ati Siiba'aa?» jedheen; innillee «Ee ani garbicha keeti!» jedhe.
Abrahaam jaarsa hojjataa mana isaa hojjatuun
Phiixifaaraan waan qabu maraa Yooseefitti gad dhiise; Yooseef waan nyaatee dhuguu achi waan biraa womaa hin beeku; Yooseef nama bareeda hojjaa misha'aa ture.
Namoonni kuma tokkoo ka gosa Biiniyaamii isa woliin turan; Siibaan hojjataa mana Saa'olii woliin ijoollee kudha shanii fi hojjattoota diddamatu ture; isaan daddafanii mooticha firrisanii laga Yoordaanosii ceeyan.
Isaan mootichaa fi worra isa woliin jiru yabalaan fuudhanii laga gama ceesisu'uuf waan mootichi barbaadu mara godhu'uuf laga ceeyan.