Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 8:9 - Kitaaba Woyyuu

9 Mootiin Hamaatii Too'u akka Daawiti loltoota Adir'aazarii maraa injifate dhagaye.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 8:9
6 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Too'u waan Adi'aazariin wol lola'aa tureef sababaa kanaaf mootichi Adir'aazar waan injifatameef isaa gammadee ilma ufii Uraamiin gara Daawitii erge; innillee meeshaa worqi'ii, birri'ii fi Sibiila diimaa qabatee dhaqe.


Bara san keessa Solomoonii fi baniin Israa'elii ka isa woliin jiru maruu baniin guddaan biyya Haamaatiitii jalqabee haga galaana biyya Misiriititti guyyaa torbaa Rabbii Waaqa keenna afo'otti ayyaanteffatan.


Mootichi biyya Haamaatii Too'u loltoonni Daawitii loltoota Adira'aazaarii mootii biyya Suuba'aa maraa akka mooyate dhagaye.


Qachaa Taatsimoorii ta lafa gammoojji'ii keessa jirtuu fi qachoota hidhatanii keessa jiraatan ta Haamaatiin keessa jiran maraa ijaaree jajjabeesse.


Isin mee gara qachaa Kaalne'ee deema'aatii laalaa'a; achillee lufa'aatii gara qachaa guddittii Haamaat jedhamtee waamamtuu fi gara qachaa Gaatii worra Filisxeemii dhaqaa'a; isin isaan caaltanii? bulchiinsi keessan bulchiinsa isaanii caalaa?


Gaara Hoorii irraa haga Haamaatii daangaa seensaa godhattan karri daangaa keessanii ka baataniin Tsidaadiin ta'a.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ