Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 8:4 - Kitaaba Woyyuu

4 Daawiti isa irraa worra farado'oo kuma tokkoo fi dhibba torbaatii fi worra miilaan deeman namoota kuma diddamaa booji'ee moorgaya faradoo isaanii kukkutee konkolaataa fardaa dhibbaa callaa hambise.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 8:4
8 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Iyyaasuunillee akkuma Rabbi isa ajaje godhe, Moorgaya luka faradoo isaanii hin kukkute, konkolaataa isaanii ka fardaa ibiddaan gube.


Rabbi Iyyaasu'uun, «Boru hennaa akkanaa namoota maraa akka waan du'aniititti dabarsee ijoollee Israa'eliititti waan kennuuf isaan hin sodaatin; moorgaya luka faradoo isaanii hin kutta, konkolaataa isaanii ka fardaallee ibiddaan gubda» jedheen.


Sunniin konkolaataa fardaatiin; sunniin farda ufii hedatan; nu garuu ka ittiin boonnu; maqaa Rabbii Waaqa keennaatiin.


Daawiti isa irraa konkolaataa fardaa kuma tokko, worra fardaan lolan kuma torba, worra lafa'oo kuma diddama booji'ee faradoo konkolaataa fardaatiif ta'an dhibba tokko callaa dhiisee faradoo kaawwan garuu moorgaya mogole'ee kukkute.


Solomoon gaarii fardaatii fi worra farda yaabbatan wolitti qabe; gaariin fardaa kuma tokkoo fi dhibba afur; worra farda yaabbatan kuma kudha lama qaba; kanniin maraa garii uf bira Yerusaalemiin, garii qachaa adda addaa keessa faca'anii akka jiraatan isaan godhe;


Mootiin sunillee duula ufiitii fi nama faradoo baay'ee qabu hin ta'in; faradoollee bitu'uuf nama nama gara biyya Misirii ergu hin ta'in; Rabbi banii ufii akka achi hin deebine waan ajajeeruuf.


Ani marii isaanii keessa hin jiru; gumii isaaniillee hin dhaqu; waan lolaan nama ajjeesaniiraniif; fedha ufiitiin waan sangoota hedduu caccabsaniif;


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ