Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 8:2 - Kitaaba Woyyuu

2 Ammallee mootichi Daawiti worra Moo'aabii injifate; worra hidhaman akka lafa irra ciciisan godhee namoota sadihii keessaa namoonni lamaa akka du'an taasise.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 8:2
22 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Banii qachattii san keessa jiran baasee haamtuu mukaatiin, qottoo sibiilaatii fi dhagaraa sibiilaatiin hujii akka hujan godhe; faara akka hojjatanii fi qachaa Amoonii maraa keessattuu akkasuma godhan; Daawitii fi baniin maruu gara Yerusaalemii deebi'an.


Achiin maayessa Daawiti Damaasqoo keessatti hulee lolaa qopheesse worri Sooriya'aallee isaa garboota ta'anii gabbaraniin; Rabbi Daawitiin hulee inni dhaqe marattuu akka injifatu taasise.


Mootummaan Solomoonii laga Efraaxisii bulchiinsa Filisxeemii irraa jalqabee achi lufee haga daangaa biyya Misirii jiru maraa bulcha; biyyi kun maruu isa gabbaran; bara jiraatan maraa Solomooniin jalatti bulan.


Mootichi Aki'aabi haga du'een maayessa Moo'aab Israa'eliin irratti ka'e.


Mootiin Asoorii Seelminaasoor isa woliin wol lolee isa mooyatee wogga wogga'aan isa gabbara'aa ture.


Worra Moo'aabiillee mooyatee akka isaan gibira isa gabbaran godhe.


Worri Amoonotaa Ooziya'aaf gibira gabbaran; inni waan gurri isaa guddisee dhagayameef haga balbala biyya Misirii seenaniititti dhagayame.


Moo'aab gongaa ani itti dhiqadhu; Edoomiyaasiin irratti kophee kiyya darbadha; worra Filisxeemii irratti mootee kiyyaan dhaadadha.


Nyaaphni soda'aan liqimfaman; hollata'aa kushee ufii keessaa bayan.


Waandhana! ka nu gate si'ii mitii? Yaa Rabbi! ati duultota keenna woliin hin bayu jettee bee!


Moo'aab gongaa kiyya ka itti dhiqataati; Eedoomiyaasitti kophee kiyya darbadha; Filisxeemiin mooyadhee itti ililfadha.»


Daaseewwan Eedoomiitii fi ka worra Ismaa'elii; daaseewwan Moo'aabiitii fi ka worra Aggaarotaa;


Isin waan Hisqiyaas isiniin jedhu hin dhagayinaa'a, mootichi biyya Asoorii gara kiyya kootta'aa naan wol ta'aa'a; yoo kana gootan isin maruu hurbuu muka woyini'ii keessaniitii fi daraaraa muka hurbu'uu keessan nyaattan, bisaan boolla keessaniillee hin dhuddan.


Arga'aara garuu ammaa miti; laala'aara garuu dhiyo'oo miti; Yaaqoobiin keessaan bakkalchatu baya; Israa'eliin keessaa ulee mootumma'aatitu baya; daangaa worra Moo'aabii, hortee worra Seeti'ii maraa hin balleessa.


garuu namoonni adaba hin qabne tokko tokko «Amma namichi kun nu oolchuu danda'aa?» woliin jedhanii kennaa woyiituu uduu isaa hin finne tuffataniinii didan; Saa'ol ammo hin cadhise.


Saa'ol mootummaa ufii worra Israa'elii irratti hin jabeeffate; diintota naannoo isaa jiru worra Moo'aabii, ijoollee Aamoonii, worra Edomiyaasii, mootota worra Suuba'aa, worra Filisxeemii maraanuu wol lola'aa bakka dhaaqe marattuu mooyata'aa ture;


Daawiti achii bayee gara qachaa Mitsipha'aa ta Moo'aabiin keessa jirtuu dhaqee mootii biyya Moo'aabiitiin «Waan Rabbi naa godhu haga beekutti yabo'oo abbaan kiyyaa fi haati tiyya si bira naa haa taa'anii» jedheen.


Akkaataa kanaan maatii ufii akka mootii Moo'aabii bira taa'an godhe; isaanillee haga bara Daawiti dhokatee goda keessa taa'uu mara achuma taa'an.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ