Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 7:9 - Kitaaba Woyyuu

9 hulee ati deemtu marattuu si woliin ture; diintota kee maraa si afo'oo balleesse; asiin maayessallee akka worra bulchoota adunyaa irratti beekkaman beekkamaa si taasiseera.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 7:9
23 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

banii guddaa si taasisaa; si eebbisaa; maqaa keellee hin kabajjaa; eebbaaf ta'i;


Daawiti guyyaa Saa'olii fi diintota isaa jalaa Rabbi isa hambise faaruu kana Rabbii faarfate.


Hunna keetiin diintota kiyya injifadha, Ati Waandhi kiyya akka dallawa utaalu na taasifta.


Akka daara'aatitti isaan bulleesse Akka duduba karaa keessaatitti isaan dhiite


Ka Rabbi kabajje; ka Waaqa Yaaqoobiitiin muudame; ka banii Israa'elii keessatti faaruu mishaa faarfatu; dubbiin ilma Isseyii ka dhumaa kana.


Waan Rabbi Waandhi banii maraa isa woliin tureef Daawiti jabaata'aa deeme.


Daawiti hulee dhooqa sooqiddaa jedhamtee waamamtutti worra Eedoomii kuma kudha saddeetii ajjeesee hennaa deebi'e nama gurraa ta'e.


Biyya Eedoomii maratti hulee loltoonni itti quphatan baay'ee ijaare; namoonni achi jiraatan isa jalatti bulan; Rabbi Daawitii hulee inni deeme maratti mootee kenneef.


Achiin maayessa Daawiti Damaasqoo keessatti hulee lolaa qopheesse worri Sooriya'aallee isaa garboota ta'anii gabbaraniin; Rabbi Daawitiin hulee inni dhaqe marattuu akka injifatu taasise.


Karaa ati deemtu marattuu ani si woliin ture; diintota tee maraa si afo'oo balleesse; akkuma bulchoonni jajjabaan maqaa mishaa qaban maqaa mishaa sii kenne.


Eebba bara baraa kenniteef; atillee isa biratti argamtee isa gammachiifta.


Nyaapholee isaa isa afo'otti isaan butucha; diintota isaallee hin adaba.


Bulchoota teessoo isaanii irraa buusee, worra gad aanaa ol kaase.


Rabbi waan Iyyaasuu woliin jiruuf inni biyya maraa irratti gurra baye.


Daawiti waan godhu maraa qalbi'iin godha; Rabbi waan isa woliin ta'eef wonti maruu hin qajeelaaf.


Loltoonni Filisxeemii hennaa maraa dhufa'aa lola'aa turan; garuu hennaa lolaa maraa ajajoota loltootaa ka Saa'olii caalaa Daawititu irra mooyata ture; sababaa kanaaf Daawiti guddisee nama gurra dhagayate ta'e.


Rakkattoota worra jajjabaa woliin teessisu'uuf, hulee salphinnaatii isaan kaasa, teessoo ulfinnaa isaanii kenna, hiyyeeyyii daaraa keessaa kaasa; bu'uurri biyya lafaa ta Rabbii waan taateef, isii irratti adunyaa uume.


Akkasitti Saa'ol ilmaan isaa sadiin, namichi mi'a lolaa baatuu fi akkasuma namoonni isaa maruu guyyama san dhuman.


Saanduuqa waadaa Rabbii gara Asqaaloona'aa fidan; hennaa saanduundhi waada'aa gara Asqaalona'aa dhufe worri Asqaalona'aa «Nu'uu fi banii keenna fixu'uuf saanduuqa waada'aa ka Waaqa Israa'elii nutti fidan» jedhanii iyyan.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ