Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 7:8 - Kitaaba Woyyuu

8 kanaafuu garbicha kiyya Daawitiin Rabbi Gooftaan banii maraa akkana jedha jedhii itti himi; ‹ani hulee ati hoolota tissituu si fuudhee bulchaa banii kiyya ka Israa'elii si taasise;

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 7:8
17 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Naataan Daawitiin, «Namni sun si'i! Rabbi Waandhi Israa'elii ‹Akka ati Israa'eliin irratti mootii taatuuf si muude; Saa'oliin jalaallee si baase.


Dubartittiinillee, «Banii Rabbii irratti waan akkanaa kana maaf yaadda? Ilmi kee biyya itti baqatee deebi'ee akka dhufu hin eeyyamneef; kanaafuu waan amma dubbatte kanaan ufitti murteessiteerta.


Ka Rabbi kabajje; ka Waaqa Yaaqoobiitiin muudame; ka banii Israa'elii keessatti faaruu mishaa faarfatu; dubbiin ilma Isseyii ka dhumaa kana.


Daawiti hennaa maleekkaa banii dhaya'aaru arge Rabbiin, «Ani hin yakke; hujii dabaa hojjadhe; garuu baniin kun maal balleesse? balaan kun anaa fi mana abbaa kiyyaa irra akka ta'u si kadhadha» jedhee dubbate.


Durumaanuu Saa'ol nu irratti mootii ta'ee uduu jiru Israa'eliin situ baasee galcha'aa ture; Rabbillee «Ati banii kiyya Israa'eliin hin eedda; Israa'eliin irrattillee bulchaa taata siin jedhee ture» jedhaniin.


Daawitillee Meelkooliin, «Rabbiin afo'otti shubbiseera; banii Israa'elii akka bulchu abbaa keetii fi mana isaa caalaa Rabbiin na filate ka eebbifame haa ta'u; kanaafuu Rabbiin afo'otti uf salphisa.


Solomoon Rabbiin, «Akkuma abbaan kiyya Daawiti dhugaa, qajeellumma'aa fi gara laafumma'aan si woliin jiraate ati garbicha kee abbaa kiyya Daawitii waan mishaa gooteerta; akka adha ta'e kana ilma teessoo mootummaa isaa irra taa'u kenniteefii arjummaa guddaa gooteertaaf;


‹akka mooyee banii kiyya Israa'eliin bulchuuf Daawitiin filadheera jedhee ka abbaa kiyya Daawititti himee raawwate Rabbii Waaqa Israa'elii galanni haa gawu»› jedhe.


Ammallee Daawitii garbicha kiyyaan, «Rabbi Gooftaan waa maraa danda'u hennaa ati horii tissitu banii kiyya Israa'eliin akka bulchituuf hoolota keessaa si fuudhe;


Daawiti Rabbiin, «Ka akka baniin laakkayamu taasise anaa mitii? ka yakkee fi ka waan hamaa hojjate anaa hoolonni tunniin garuu maal goote? Yaa Rabbi Waaqa kiyya! harki kee anaa fi mana abbaa kiyyaa irra haa ta'u; baniin kun akka bala'aan dhayamu hin godhin» jedheen.


Garuu hulee ani hoolota itti tissuu na fuudhee ka ‹Deemii banii kiyya Israa'elitti raaga dubbadhu› jedhee na ajaje Rabbuma.


Innillee Rabbiin afo'otti gaachena argatee Waaqa Yaaqoobiitii mana ijaaru'uuf Rabbiin kadhate.


Saamu'eel dhadhaa ejersaa fuudhee mataa isaa irratti buusee dhungateen. Achiin maayessa, «Rabbi bulchaa banii Rabbii ka Israa'elii akka taatu si muudeera; banii Rabbii hin bulchita diintota naannaya isaanii jiru jalaallee hin oolchita;


Rakkattoota worra jajjabaa woliin teessisu'uuf, hulee salphinnaatii isaan kaasa, teessoo ulfinnaa isaanii kenna, hiyyeeyyii daaraa keessaa kaasa; bu'uurri biyya lafaa ta Rabbii waan taateef, isii irratti adunyaa uume.


«Ani boru hennaa akkanaa kana nama gosa Biiniyaamii tokko gara kee ergaa booyicha banii kiyyaa waan argeef bulchaa banii kiyya ka Israa'elii akka ta'u naa muudda; inni banii kiyya Israa'eliin Filisxeemiin jalaa baasa» jedheenii ture.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ