Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 6:3 - Kitaaba Woyyuu

3 Saanduuqa waadaa Rabbii konkolaataa fardaa haarawa irratti fe'anii mana Aminaadaabii ka gaara irra turee fidan; ijoolleen Aminaadaabii Ooza'aa fi Ahaayu konkolaataa fardaa haarawa oofa'aa turan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 6:3
6 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

tanaan dura isin biratti argamtanii saanduuqa waadaa Rabbii waan hin baadhanneef akka seera Rabbi Waandhi keenna kenneetitti waan isa hin tajaajilleef Rabbi nuun loleera» isaaniin jedhe.


Laagaa kakuu isaa Efraata'atti dhageenne; biyya Qiriyaati'aarimii keessatti argine.


Kanaafuu gaarii harkifamuun qambaraa sa'oolee ameeyyi'iititti hidhaa'a; jabbilee fooya'aatii gara moona'aa deebisaa'a.


Namoonni Qiriyaatiyi'aarimii saanduuqa waadaa Rabbii fuudhanii mana Aminaadaabii ka tulluu gubbaa jiru kaayan; saanduuqa waadaa Rabbii akka eegu ilma isaa Alaazariin adda baasan.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ