Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 5:9 - Kitaaba Woyyuu9 Daawitillee kushee san haga qabateen maayessa achuma jiraate; bakka sanillee «Qachaa Daawitii» jedhee maqaa itti baase; Daawitillee naannaya isi'ii Miilooniin irraa jalqabee gara keessaa hojjate. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Mootichi Hisqiyaas dallawa ijaaree ka ijaare san irrattillee hulee irra taa'anii eegan hojjatee dallawa san duubaanillee dallawa biraa ijaaree akka qachattiin hin tuqamne godhe; ammallee dallawa Yerusaalemiin irraa gara biyya biiftu'uutittin argamu ijaaree haarawoomsee woraana hedduu fi wonteellee hojjate.