Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 5:8 - Kitaaba Woyyuu8 Guyyaa san Daawiti Iyyaabusoota ka dhayu karaa deemsa bisaaniitiin haa bayuu; ka lubbuun Daawitii jibbitu worra ijaan hin arginee fi worra hokkolu haa baasuu» jedhe; worri ijaan hin arginee fi worri hokkoluu gara manaa akka hin seene jedhame. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |