Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 5:1 - Kitaaba Woyyuu

1 Kanaan maayessa gofti Israa'elii maruu Keebroonitti gara Daawitii dhufanii, «Nu'u foon tokkoo fi lafee tokko.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 5:1
13 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Laabaanillee, «Ati dhugamaan lafe'ee fi foon kiyya» jedheen; innillee haga ji'a tokkoo isa woliin taa'e.


Obboleeyyan tiyya! isin lafee tiyyaa fi foon kiyya; isin maaf daddaftanii mooticha deebisuu diddan?»


Amisaayiin, «Ati lafee tiyyaa fi foon kiyyaa mitii? Bara jiraattu maraa bikka Iyyoo'aabii na afo'otti yoo bulchaa loltootaa ta'uu baatte Rabbi waan kana na irratti haa raawwatu» jedha'aanii.


Yaada namoota Yihuuda'aa maraa akka yaada nama tokkoo godhee gara ufii deebifate; gara mootichaallee dhaamsa erganii «Ati loltoota hojjattoota kee maraa woliin deebi'i» jedhaniin.


Worri Israa'elii deebisanii worra Yihuuda'aatiin «Inni yoma nama keessanillee ta'e nu isa isin caalaa barbaanna; mootummaa isaa keessaa harki kudhanii nuuf mala isin maaf nu tuffattan? worri dura akka mootichi galu gaafii dhiyeesse akka nu ta'e irraanfachuu isin hin barbaachisu!» isaaniin jedhan; Garuu worra Israa'elii caalaa worri Yihuuda'aa mooticha Daawitiin fudhatu'uuf jecha cima'aan wol morman.


Iyyoo'aabii fi namoonni isa woliin jiran reeffa Asaaheelii kaasanii qachaa Beeteliheemii awwaala abbaa isaa biratti awwaalaniin; kanaan maayessa halkan guutuu deema'aa bulanii hennaa lafti bariitu Keebrooniin gayan.


akkuma Kiristoos woldaa Kiristaanaatiif godhe hin nyaachisa, hin eega.


nama Rabbi Waandhi kee filate uf irratti moosifta; nama obboleewwan kee keessaa uf irratti moosifta; nama obboleessa kee hin taane gosa biraa keessaa uf irratti hin moosisin.


Eeganaa ijoolleen isaa worra foonii fi dhiiga qaban waan ta'aniif innillee akkasuma ka du'a irratti baallii qabu daabiloosiin akka diigu, worra jireenna isaanii maraan waan sodaa du'aatiif garbumma'aa jalatti hidhaman maraa bilisa baasu'uuf akkuma isaanii nama ta'e.


Kanaan maayessa Iyyaasuunii fi worri Israa'elii maruu Adoolaamii gara Keebroonii dhaqanii isii dhayanii qabatan.


«Banii firoota ufii ka biyya Seekeemii jiraatan sanniiniin akkana jedha'aa gaafadhaa'a jedhee isaanitti hime; ‹Ka ijoolleen Geedewoonii torbaatamni isin bulche woyya mo'o ka namni tokkochi isin bulche woyya? kanniin keessaa kamiin filattan? Abemelek akka fira keessan ka foonii ta'e hin dagatinaa'a.› » jedhee isaanitti dubbate.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ