Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 4:4 - Kitaaba Woyyuu

4 Ilmi Saa'olii Yoonaataan ilma laamshayaa tokko qaba ture; Saa'olii fi Yoonaataan hennaa du'an inni ijoollee woggaa shanii ture; oduun du'uu Saa'oliitii fi Yoonaataa qachaa Iyiziraa'eliitii hennaa odeeffamu ta isa guddiftu isa baadhattee baqatte; garuu uduu ariifattee dheessitu harkaa kufee laamshayaa ta'e; maqaan isaa Memfiboostee jedhama ture.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 4:4
10 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Mootichillee waadaa Rabbii ka ilma Saa'olii Yoonaata'aa fi Daawitiin jidduu jiruuf Memfiboostee ilma Yoonaataa ilma Saa'oolii hambise.


Kanaafuu Memfiboosteen luka lamaan naafaa Yerusaalemiin keessa taa'ee kooboo mootichaa irraa nyaata'aa ture.


Mootichillee, «Jasaa Rabbi akka isaa deebisu mana Saa'olii keessaa namni tokkollee hin hafnee?» jedheen; Sibaanillee mootichaan «Ilma Yoonaata'aa ka lutti isaa laamsho'oo tokkotu jira» jedheen.


Ilmi ilma Saa'olii Memfiboosteen gara Daawitii dhufee gad jedhee nagaya isa gaafate; Daawitillee «Memfiboostee!» jedhee waame; innillee, «Yaa!» jedhe.


Haadaadi uduu daa'imumma'aan jiru Haadaadii fi namoonni hagoon isa woliin garboonni abbaa isaa ta gosa Edoomiyaasii gara biyya Misirii baqatanii turan.


Ilmi dhiiraa ka Yoonaata'aa Mariiba'aal Miikaa uumate;


Ilmi Yoonaata'aa Marba'aali. Marba'aali Miikkaa uumate;


Worri Israa'elii burqaa dhooqa Iyiziraa'elii keessa jiru biratti quphatan; worri Filisxeemii loltoota ufii maraa woliin Afeqiti wol gayan.


Kanaaf Daawitii fi namoonni isaa deebi'anii gara biyya Filisxeemii dhaqu'uuf ganama bari'iin ka'an; worri Filisxeemii ammo gara Iyiziraa'elii duulan.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ