Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 4:2 - Kitaaba Woyyuu

2 ilmi Saa'olii Iyyabuusteen bulchoota worra duuluu namoota lama qaba ture; maqaan tokkoo Ba'aana'a; maqaan ka lammeesso'oo Reekaab ture; ijoollee gosa Biiniyaamii keessaa ijoollee Reemooniititu ture; Bi'eerootillee akka gosa Biiniyaamiititti laakkayamti.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 4:2
9 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Hennaa san loltoonni Daawitiitii fi Iyyoo'aabii boojuu guddaa booji'anii dhufan; Abaaneer ammo Daawitiin geegessee nagayaan deeme malee Keebroonitti hin turre.


Ijoolleen Reemoonii ka Bi'eerootaa Reekaabii fi Ba'aanaan hennaa aduun oo'ite gara mana Iyyaabuuste'ee dhufan; inni hennaa aduun oo'ite guyyaa afaa irra ciisee ture.


Daawiti garuu ijoollee Reemoonii ka Bi'eerootaa Reekaabii fi obboleessa isaa Ba'aana'aa akkana jedhee deebiseef; «Lubbuu kiyya rakkoo maraa irraa ka fayyise Rabbiin jiraataan


Hennaa worri Sooriya'aa worra Israa'elii irratti balaa buusan mucattii durbaa ta worra Israa'elii takka booji'anii fudhatanii turan; isiin haadha manaa Ni'iimaaniitii garbittii taatee jiraata'aa turte.


Kanaaf inni waan nyaatanii dhugan isaanii qopheessee isaanii kennee haga nyaatanii dhuganiin maayessa isaan geegesse; isaanillee gara biyya ufii deeman; achiin maayessa loltoonni Sooriya'aa deebi'anii gara worra Israa'elii hin dhufne.


Lafti ijoollee Biiniyaamii akkaataa gosa isaaniitiin Gabaa'oon, Raamaa, Bi'eerooti,


Ijoolleen Israa'eliillee deemanii guyyaa sadeesso'ootitti gara qachoota isaanii dhaqan; maqaan qachoota isaaniillee Gabaa'oon, Kafiiraa, Bi'eerootii fi Qiriyaatiyi'aarim jedhaman ture;


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ