Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 3:8 - Kitaaba Woyyuu

8 Abaaneerillee dubbii Iyyaabusteen dubbatetti guddisee aaree «Ani abbaa kee mana Saa'olii, firoota isaatii fi obboleewwan isaatii waan mishaa godheera; sillee Daawititti dabarsee si hin kennine; ati adha dubartii tana woliin cubbuu hojjatteerta jettee na himattaa? ani saree faayidaa hin qabnee ka gara worra Yihuuda'aa deebi'uu?

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 3:8
16 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Memfiboosteenillee, «Ana nama saree du'e fakkaatu ana gara garbicha keetii attamitti laalte? jedhee gad jedhee kabajjaa kenneef.


Hennaa kana ilmi Tsuuriya'aa Abiisaan mootichaan, «Namichi sareen du'aan kun si'i mootii gooftaa kiyya maaf abaara? Ani amma dhaqee morma isaa mura» jedheen.


Ka arrabsitee fi ka salphifte eennuun? ka laagaa kee itti ol qabatte; ka ija uf jaju'uutiin laalte eennuun? Woyyicha Israa'elii irrattii bee!


Yoma namaan loltee ulfinna keetiif ta'a; worra lola kee irraa hafellee hin obsita.


Azaahel Eelsaa'iin, «Ani ka waan hamaa guddaa akkanaa kana hojjadhu ani namni womaa hin fayyanne kun eennu?» jedhe; Eelsaa'i Azaaheliin, «Ati Sooriyaa irratti akka mootii taatu Rabbi natti mudhiseera» jedheen.


Durumaanuu Saa'ol nu irratti mootii ta'ee uduu jiru Israa'eliin situ baasee galcha'aa ture; Rabbillee «Ati banii kiyya Israa'eliin hin eedda; Israa'eliin irrattillee bulchaa taata siin jedhee ture» jedhaniin.


Rabbi, ‹Karaa garbicha kiyya Daawitiitiin banii Israa'elii harka Filisxeemotaatii fi diintota keessan maraa jalaa isin hambisa› jedhee waan dubbateeruuf; eegasuu isin amma waan kana godhaa'a» jedhee isaanitti hime.


Rabbi mootummaa mana Saa'olii irraa fuudhee teessoo Daawitii Israa'elii


Saamu'eel Saa'oliin, «Rabbi adha mootummaa kee ka ati Israa'eliin irraa qabdu biinxee nama sirra woyya'aa ka ollaa keetiitii dabarsee kenne.


Rabbi waan seebara jibbuuf dhiiraa fi intaltillee gatii waan kanaan argatan maraa woreegallee yoo ta'e gara mana Rabbii Waaqa keetii hin fidin; lamaanuu Rabbii Waaqa kee afo'otti battii waan ta'aniif.


Namichi Filisxeemii sun Daawitiin, «Ani sare'ee ka ulee qabattee natti dhuftuuf?» jedheen; namichi Filisxeemii sun maqaa waaqolee tolfamaa ufii sanniiniin Daawitiin abaare.


Ajajaan loltoota Saa'olii ilmi Neerii Abaaneer ilma Saa'olii Iyyaabustee fuudhee gara Mahannaayiimii ceesise;


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ