Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 3:7 - Kitaaba Woyyuu

7 Saa'ol mata gala intala Iyyooheelii ta Tsiirfaa jedhamtu qaba; Iyyaabusteen Abaaneeriin, «Mata gala abbaa kiyyaatitti maaf galte?» jedheen.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 3:7
6 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Inni isi'iin, «Mootichi Solomoon si hin diduu Abiisaa nama gosa Suunaamii akka natti heerumsiisu akka naa gaafattu si kadhadha» jedhe.


Mana gooftaa keetiitii fi haawwota manaa isaallee sii kenne. Israa'elii fi Yihuudaa irrattillee si moosise; wonti kun uduu sii hanqatee jiraatee silaa dachaa sii eda'a ture.


Ajajaan loltoota Saa'olii ilmi Neerii Abaaneer ilma Saa'olii Iyyaabustee fuudhee gara Mahannaayiimii ceesise;


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ