4 Arfeessoon Adooniyaasii ilma Agiiti'iiti; shaneessoon Safaaxiyaas ta Abiixaal deetteef;
Jaheessoon Yitiraam haadha manaa Daawitii ta Eegilaa irraa dhalate; kunniin maruu Keebroonitti Daawitii dhalatan.