Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 3:3 - Kitaaba Woyyuu3 Ka lammeesso'oollee Doloohiyaa haadha manaa Naabaalii ka qachaa Qarmeloosii turte Abigiyaa irraa dhalate; sadeessoonillee Abeseloomii Ma'akaan intalti Talmaayii mootii Geeshurii deette. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Ijoolleen Daawitii biyya Keebrooniititti dhalatan kanniin fa'a; ka hangafaa Aminoon; ka lammeesso'oo Daani'eelii Akinaahoomii gosa Iyiziraa'eelii irraa dhalate, ka sadeesso'oo Maayikaa intala mootii Geeshurii ka Talmaayiin irraa dhalate Abeseloom; ka arfeesso'oo Adooniyaasii Aagittiin deette; ka shaneesso'oo Shafaaxiyaa Abixaal deette; ka jaheesso'oo Yitirahaamii Eegilaan deette.