Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 22:2 - Kitaaba Woyyuu

2 akkana jedhe, Rabbi hunna kiyyaa fi dawoo kiyya.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 22:2
15 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Rabbiin malee Waandhi eennu? Waaqa keenna malee ka dawoo namaa ta'u eennu?


Waandhi Israa'elii natti dubbateera ka Israa'eliin eegu akkana naan jedhe. namni qajeellumma'aan bulchu, ka sodaa Rabbiitiin moowu,


Rabbi eeddoo kiyyaa fi hedannoo kiyya; hulee jalatti dhokadhu; inni fayyisaa kiyya; isa hedadhee nagayaan jiraadha; inni banii kiyya luka kiyya jala taasisee na jalatti isaan bulcha.


Ati irko'oo fi kushee kiyya; maqaa keetiif jedhii na masakki; karaa deemullee natti mudhisi.


Rabbii goda kiyyaan! «Maaf na irraanfatte? diintonni kiyya na rakkisa'aa ani maaf gadda'aa jiraadha?» jedhaan.


Ka hennaa maraa itti dhokadhu; goda irko'oo naa ta'i; ati godaa fi kushee kiyya waan taateef. ajanyi kee na oolchu'uuf haa bayuu.


Rabbiin, «Irkoo kiyya; maandhee kiyya; Waaqa kiyya ka abdadhu» jedhaan.


Maqaan Rabbii akka gamoo jaba'aati; balchaan gara isaa fiigee itti daadayata.


Ani akkana siin jedha, ati Pheexroos, dhagaa siida'aa kana irratti woldaa tiyya ta Kiristaanaa ijaara. Hunni du'aallee isii hin injifatu.


«Inni Waaqa; hujiin isaallee guutu'u. Karaan isaa maruu qajeela'a. Waaqa amanamaa'a ka waan badaa hin qabne Inni Waaqa dhuga'aatii fi qajeela'a.


«Woyyuun akka Rabbii hin jiru, ka akka Waaqa keennaa qajeelaan hin jiru; si malee Woyyuun hin jiru;


Saa'olii fi loltoonni isaa Daawitiin ari'uuf bayanii deeman; Daawitillee waan kana beekee gara dhagaa Maa'on ka lafa gammoojji'ii keessa jiruutitti dhokate; Saa'ol hulee inni jiru dhagayee isa soqaa gara Maa'onii dhaqe.


Kanaaf Saa'ol loltoota Israa'elii jajjabaa namoota kuma sadihii fudhatee Daawitii fi namoota isa woliin jiran soqaa gara hulee dhagaa re'iin gammoojji'ii keessa jiraattuu dhaqe.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ