Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 2:9 - Kitaaba Woyyuu

9 achitti biyya Gala'aadii, biyya Ashuraanotaa, biyya Iyiziraa'elii, biyya Efreemii, biyya Biiniyaamiitii fi biyya Israa'elii maraa irratti moosise.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 2:9
19 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Liyaan, «Ani guddisee gammade; amma dubartoonni ‹Ta gammadde!› naa jedhan» jettee maqaa isaa Aseer jettee itti baafte.


Ilmi Saa'olii Iyyaabusteen Israa'eliin irratti hennaa mooyuu jalqabe nama woggaa afurtamaa ture; woggaa lamaa mooye; garuu manni Yihuuda'aa Daawitiin duukaa bu'e.


Hennaa manni Daawitiitii fi manni Saa'olii wol lolan Abaaneer mana Saa'olii irratti jabaata'aa deeme.


Gosa Biiniyaamii ka obboleessa Saa'olii keessaa namoota kuma sadihiiti; garuu namoonni baay'een gosa Biiniyaamii amanamummaa Saa'olii qaban hin dhiifne.


Gosa Efreemii keessaa loltoota kuma diddamaa fi dhibba Saddeeti; isaan maruu gosa ufii keessatti loltoota jajjabaa gurra bayan turan.


Gala'aad kiyya; Minaaseenillee kiyya; Efreem gulloo kiyya ka sibiilaati; Yihuudaan ulee ani ittiin bulchu.


Ijoolleen Aseerii akka hortee isaaniitiin, akka gosa isaaniitiin, akka manniin abboota isaaniitiin, akka laakkobsa maqaa isaaniitiin, namoonni woggaa diddamaatii fi ka achii olii, worri duula dhaquu danda'an maruu;


Daangaan ijoollee Efreemii akka worra isaaniitiin kolba baya biiftu'uutiin lafti isaanii Axaarooti'adaariitii haga Beetihoonii gaya.


Daangaanillee Taaphuwwa'aa gara dhiyaatii haga laga Qaana'aa lufa; huleen bayaniin galaana guddaa biraan ture. Lafti ijoollee Efreemii akka gosa isaaniitiin kana ture.


Kun worra lafa ijoollee Minaase'ee keessa jiranii fi gandootaa fi qachoota ijoollee Efreemiitii kennan wolitti qabata.


Hixaan gosa Minaase'ee kana; waan ilmi hangafaa ka Yooseefii isa ta'eef ilmi Minaase'ee ka hangafaa abbaan Gala'aadii Maakiri loltuu jabaa waan ta'eef biyya Gala'adiitii fi biyya Baasaanii fudhate.


Hixaan gosa ijoollee Biiniyaamii akkuma gosa isaaniitiin isaanii baye; hixaan isaanii worra Yooseefiitii fi worra Yihuuda'aa jidduu ta'e.


Gara baya biiftu'uutiin daangaan lafa sanii Yoordaanosi; kun daangaa lafa ijoollee Biiniyaamii akkuma gosa isaaniitiin ture.


Daangaan isaanii gara Iyiziraa'el, Kaasiloot, Sunaam,


Ijoolleen Roobeelii, ijoolleen Gaadiitii fi wodhakkaan gosa Minaase'ee deemanii akkuma Rabbi Muusee ajajee lafa fudhatanii gara biyya Gala'aadii galu'uuf Seeloo biyya Kana'aanii keessa jirtu keessaa ijoollee Israa'elii biraa deebi'an.


Worra Kana'aanii ka isaan keessa lafa san irra jiraatan waan uf keessaa hin baafneef ijoolleen Aseerii isaanuma woliin jiraatan.


Worri Israa'elii burqaa dhooqa Iyiziraa'elii keessa jiru biratti quphatan; worri Filisxeemii loltoota ufii maraa woliin Afeqiti wol gayan.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ