Kitaaba Saamu'eelii ka 2ffaa 2:4 - Kitaaba Woyyuu4 Kanaan maayessa namoonni Yihuuda'aa dhufanii akka mana Yihuuda'aa irratti moowu achitti Daawitiin dibanii moosisan; Saa'oliin namoota qachattii Iyyaabisii Gala'aadiititu awwaale jedhanii Daawititti himan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |