3 Mootichi, «Ilmi gooftaa keetii eessa jira?» jedheen; Siibaan mootichaan, «Baniin worra Israa'elii kunoo mootummaa abbaa kiyyaa naa deebisa jedhee Yerusaalemiin taa'aara» jedheen.
Waan karaa Qaa'eliitiin deemanii waanuma inni godhe waan godhaniif, waan minda'aatiif jedhanii dogoggora Bala'aamii keessa seenanii akka finqila Qore'eetiin waan badaniif isaan Aanne'e!
Goshoo kee hin amanin; jaalalloo kee ka sitti dhiyaatu hin hedatin; ati haadha manaa tee ta woliin bultutti hennaa dubbattuu uf eeggata'aa dubbadhu.
Ragaan sobaa hin bada; ka dhugaa dubbatu garuu jabaatee jiraata.
Worri bu'aa argachu'uuf karaa male'een fiigan maruu; dhumti isaanii akkana; badiin jireenna isaaniillee kanuma.
Ani nama dhossa'atti nama hamatu akka cadhisu godha; nama akka waan gudda'aatitti uf laalu; ka garaa keessa boonu isaa hin obsu.
Jaalallo'oo fi hiriyyaa kiyya na irraa fageessite; goshoon kiyya dukkanuma callaa ta'e.
Ka namoota hin hamanne; ka goshoo ufii irratti waan hamaa hin goone, ka ollaa irratti waan hin taane hin odeessine,
«Eennuun irrattillee dharaan hin ragin;
Mootichi Siiba'aan, «Wonti Memfibooste'ee maruu kee haa ta'uu» jedheen. Siibaan mootichaan «Mootii kiyya! ani hojjataa keeti hennaa maraa hujii si gammachiisu hojjachu'uuf xaara!» jedhee deebiseef.